KAROORA
HOJII HAWAASA OROMOO KIBBA ROGALAND,
bara 2006
Gargaarsa
Hawaasaaf argamu fylke irraa gaafachuu .
Proojektii
madda galii argamsiisu barreessuu.
Qophii
seeminaaraa fi Agarsiisa Aadaa qopheessuu.
Akkaataa
hirmaannan miseensotaa cimu irraatti hojjechuu.
Miseensota
haaraa hawwachuu fi miseensota gameessa
ta’ani jajjabeessuu.
Guyyaa
bashannana maaatii qopheessuu.
Hawaasota
oromoo naannoo jiranii fi guutuu Norway
waliin haariiroo uumachuu fi
waliin hojjechuu.
SAGANTAA
WAL-GA’II HAWAASAA KAN
WAGGAA, bara
2006
|
Ji’a
|
Guyyaa
|
Bakka
|
Sa’a
|
Qophii
Addaa
|
Guraandhala
|
26/02/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
|
Ebla
|
30/04/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
|
Waxabajji
|
25/06/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
|
Hagayya
|
27/08/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
|
Onkoloolessa
|
29/10/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
|
Muddee
|
31/12/2006
|
Int. hus
|
14:00-17:00
|
|
Hubachisa
-
Ebla
15, bara 2006 guyyaa kabaja goototaa Oromo ta’a.
-
Wal-ga’ii
hatattama akka barbaachisummaa isaati ni waamama.
-
Guyyaan
maatii haala mijataa ilaalame murtaa’a
|
|