Hawaasa
Oromoo Kibba Rogaland magaalaa Stavanger keessatti guyya dargaggoo
Oromo qopheessaa jira. Qophiin guyyaa kanaa dorgommi
kubba miilaa, seminara fi galgala aadaa (bashaannanu) uf keessaa qaba.
Guyyaan:
Caamsaa 20, bara 2006
Guyyaa
kana maaltu ta'a?
-
Sa’ati
10:00 - 12:00 dorgommi kubba miilaa
Dargaggo Oromo Rogaland fi Oslo wal-dorgomu
(Teesso: Midjord
Idretspark, Midjorsgate 36)
-
13:00 - 17:30
seminaara dargaggo ilaalu
(Teesso: Internasjonalt hus, Sandvikav. 13)
-
17:30
- 19:00 Boqonnaa fi irbaata galgalaa
(Teesso: Internasjonalt hus)
-
19:00
eegalee galgala aadaa
(Teesso: Internasjonalt hus)
Galgala
aadaa irratti wallistootni Oromo beekamonni kan akka aadde Ilfinesh
Qanno, aadde Buarsitu, obbo Abbaba Abbashu, obbo Hirpha Gaanfure, obbo
Tottoba fi obbo Bashir isin bashaannansisa buluuf qopha’ani
jiru.
Sagantaa
kana irratti akka nu waliin hirmaattan kabajaan maati keessan waliin
aferamtanittu.
|