KAROORA
HOJII HAWAASA OROMOO KIBBA ROGALAND,
bara 2007
Gargaarsa
Hawaasaaf argamu fylke irraa gaafachuu fi projektii madda galii argamsiisu
qopheessuu.
Ijoollee,
dargaggootaa fi miseensota hawaasaa fedhee Afaan oromoo barachuu qabaniif
barumsa Afaan Oromoo kennuu.
Qophii
seeminaaraa fi Agarsiisa Aadaa qopheessuu.
Akkaataa
hirmaannan miseensotaa cimu irraatti hojjechuu fi miseensota haaraa
hawwachuu.
Guyyaa
bashannana maaatii qopheessuu.
Hawaasota
Oromoo naannoo jiranii fi guutuu Norway
waliin haariiroo uumachuu fi waliin hojjechuu.
SAGANTAA
WAL-GA’II HAWAASAA KAN
WAGGAA, bara
2006
|
Ji’a
|
Guyyaa
|
Bakka
|
Sa’a
|
Qophii
Addaa
|
Guraandhala
|
25/02/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
|
Ebla
|
29/04/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
|
Waxabajji
|
24/06/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
10/06/07
|
Hagayya
|
26/08/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
Guyyaa maati
|
Onkoloolessa
|
28/10/2006
|
Int.hus
|
14:00-17:00
|
|
Muddee
|
31/12/2006
|
Int. hus
|
14:00-17:00
|
Kabaja waggaa
|
Hubachisa
-
Ebla
15, bara 2007 guyyaa kabaja goototaa Oromo ta’a.
-
Wal-ga’ii
hatattama akka barbaachisummaa isaati ni waamama.
-
Guyyaan
maatii haala mijataa ilaalame murtaa’a
|
|