Ibiddaa
fi Bishaan
Barressan:
Obbo Gammadi
Bara
dur fagoo Ibiddaa fi Bishaan sangaa wolitti bitatan qabu. Sangaa
kana gaaf tokko hattuun jalaa hatte.
Ibiddis
akkana jedhe:-
"Namni
sangaa keenna hate ganda gamaa kana jiraa kanaafuu, ganda kana gubee fixa "
jedhee Bishaaniin mari’ate.
Bishaanis:
"
Hin gubiin, ka sangaa keenna fudhate ammaa cumaa fi garaacha miiccachoof
dhufa, yeroo san addaan baafanna" jedheen.
Akkuma
bishaan jedhe san yeroo yartuu booda namichii sangaa isaanii hate miya
garaa (macuree, garaacha)miicuuf laga dhufe. Erga
addaan baafatani duuba Bishaan akkana jedhe:- |