Projektii
Ijaarsa Mana Barumsa Lokke Qacaa,
Arsii,
Oromia
|
Projektiin
kana kan itti gaafatamaa ta'e gaggessa jiru miseensa hawaasa keenyan kan
ta'e obbo Waaqo Rooba ti. Obbo Waaqon erga projekti kana dhuunfa eegale
booda iyanno
gargaarsaa hawaasa keenya itti iyeessun yeroo ammaa hawaasni fi
miseensonni hawaasa keenyaa gargaarsa barbaachisu gochuun projektiin mana
barumsa Kattaa fi mana barumsa Lokke Qacaa kuni gaggeffamaa jiru. |
-
Mani
barumsa kun kutaa 1 – 8 yoo ta’u. Godina Arsii Ona Siraaroo
keesat argama
-
Ijaarsi
daree dabalataa kun akka gubaa irrat laalu kana ijaarsi jalqabamee
qarshiin dhabaaf dhaabatee ture.
-
Garuu
madda way karaa Adaadoo Martha tiin argannee ijaarsi isaa
xumuramuu irra jira.
-
Dareewan
kaniin keesa garuu wamaa hinjiru.
-
Barcumaaniif
deskiin akasuma meshaan mana keesaa gudisee barbaachisa
|
|
Mani
fincaanii hennaa nu’e arginu kana fakaataa ture.
|
Mana
fincaanii kun balbala 6 yoo qabaatu, sadiin kadurbaa sadiin kadhiiraat.
Dhuumfamat
offumaa horii baafnee ijarsifneef.
|
|
Mana
daree didiqaa arfan kana keesa barsiistoota 12 keesa jiraata. Mani
barumsaa kun baadiyaa keesa waan ta’ef barsiisaan filannoo biraa
hinqabu.
Rakina
mana jireennaa irra kan ka’e barsiistoon nannoo sana dhiisanii gara
magaallanit dhiyaatuu fedhu.
Mani
jireena barsiistootaalee hammam akka barbaachisu nu’e hubachiisa.
|
Itti
gaafatamaan projektii kana
Obbo Waqo Robaa
P. Krohns veg 64
4352 Kleppe, Norway |
wako.roba@kleppnett.no
Bilbila: +47 616032 ykn 51422489
Lakk. akk. Bankii. 32902144896 |