Jechoota
filannoo keesatiin hima guuti.
1.
_______
maallaqa namaa _______barate badaa.
(saamuu samuu, Sammuun saamu, Sammuun saamuu,)
2.
Bishaan
______ barbaada. woyaan sun mee haa ______.
(qoraa
qorra, qora qooruu, qorraa qooruu)
3.
_______qaban.
_______ mishaa miti.
(Hatuu
Hattuu, Hattu Hatuu, Hattuu Hatuun)
4.
______
_______ kennani woma hin woyyessine.
(Faala faallaa, Fala faallaa, Faalaa falaa)
5.
____
namni du'e boru ______.
(
Ollaa oolaa, Olaa olla, Oolaa olaa)
6.
____
nama argan malee_____garaa hin argan.
(Guba gubaa, Gubbaa guba, Gubaa gubaa)
7.
_____
namaatiin ______ muri jechoon cubbuu.
(Makkallaa
makkala, Makala makallaa, Makkala makkallaa)
8.
Jecha ____jettee _____na
sobdaa?
(addaati
adaa, adaati addaa, aadda ada)
9.
Manni na gaafatu sun____
____san.
(gara
garraa,garra garaa, gaarra gaaraa)
10.
_____ qofa,_____deebisi.
(Beki,
bakati, Beeki bakkatti, Beek bakkatt)
11.
_____ ______
jaalata.
(Ituun
itittuu, Ittuun itituu, Ituu itituun )
12.
_____ _______ irraa nu qabi.
(Haamtuu
hamtu, Hamattuu hamtuu, Haammtu hamtu)
13.
_____ _______nama ufi
woyya.
(Hammaatus
hamatus, Hamaatus hamtus,Hammatus hamaatus)
14.
Halkan deemti ________.
(haatuun,hattuun,
hatuun)
15.
Bikkee laale
_________.
(marattu,maraattu,
maratuu)
16.
Ka ______ qabu ______ hin
qabu.
(gara
garaa,garaa gara,gaara garraa)
17.
Ka ______galu _______Galgaluu.
(garee
gaaree, gaaraa gaarree,garaa garee)
18._____
haadha keetitif malee,____ tama buutee gabaabaa baga duute.
(Gada gaddanu, Gadda gadaanuu, Gadaa gaddaanuu)
19.
______ _______ galan.
(Malaan alaa, Malan ala, Mallan alla)
20.
______ moo ______
hangafni ?
(Gallaan
Abbichuu, Galaan Abichu, Galaan Abbichu)
|