|
|
Projektii
Ijaarsa Mana Barumsa Kattaa,
Arsii, Oromia
|
Projektiin
kana kan itti gaafatamaa ta'e gaggessa jiru miseensa hawaasa keenyan kan
ta'e obbo Waaqo Rooba ti. Obbo Waaqon erga projekti kana dhuunfa eegale
booda iyanno
gargaarsaa hawaasa keenya itti iyeessun yeroo ammaa hawaasni fi
miseensonni hawaasa keenyaa gargaarsa barbaachisu gochuun projektiin mana
barumsa Kattaa kuni fi mana barumsa Lokke Qacaa gaggeffamaa
jiru. |
-
Lakkoobsi
ijoollee baratuu walii-galatti 311 yoo ta’u kana keessaa dhiirri 215
akasumas durbi 96 dha.
-
Gargaarsa
kanaan durratti hojjatoota warshaa ani
keesatti hujjadhu irraa argataniin mana fiincaanii xumuranii daree
lamaan (2) kutaa shanaffaaf (5ffaa) ta’u ijaaraa jiru.
|
|
|
|
Itti
gaafatamaan projektii kana
Obbo Waqo Robaa
P. Krohns veg 64
4352 Kleppe, Norway |
wako.roba@kleppnett.no
Bilbila: 47616032 ykn 51422489
Lakk. akk. Bankii. 32902144896 |
|
|
|