Guyyaa
07.04.2006
Gara:-
Ijaarsa Hawaasa Oromoo Rogalandii – Kibbaa
Irraa:-
Waaqoo Roobaa
Dhimma:-
Gargaarsa Projektii ijaarsa mana Barumsa Kattaa.
Akkuma
barreefama
xalayaa kannat hidhe kana irraa hubattan
fedhima dhuunfaa irraa ka’e
hojjatoon warshaa ani keessatt
hujjadhuf hiriyoon kiyya gargaarsa
waliigallat nannoo Kr 25 000
(kuma diddamii shan)nuuf godhaniiru.
Mani
barumsaa kun kanaan durrat daree tokkoo haga afurii
(1 – 4) qaba ture. Amma garuu dareewwan lamaan kun yoo
xumurame kuttaa
shanafa banatu jecho’o.
Maalaqa
armaan gubbat maqaa dhaye sanaan manni fincaanii
kan dhiraatiif kan
durbbaa akasuma daree lamaan kaniin
xumuuruu irra jiru.
Hata’u
malee wanti mana keessaa barccumaaf deskii ijooleen
irra teettuuf wanni
akka saleedaa irrat bareesanii akkasuma waan
adda addaa hanqinna qabu.
Kanaafuu
waan ormmi nugargaaree sadarkaa kanaan gaye kana
fixaan basuuf hawaasni
keennalee akka natt dirmatu kabajaan
issin gaafadha.
Ossoo
karaa tokkoon mirga keennaaf falminuu karatokkoon
ijaaruu qabna Maaltu
beeka ijjoolee kaniin keesaa kan biyyaaf
qorsa ta’u bayuu danda’a.
Deebii
keessan hawwiif abdii guddaan eegadha.
Nagaya
walliin
Waaqoo
Roobaa
|