Xalayaa
afaan keenaan bareefame kun kan mudhisu, gargaarsa kanaan durrat
hojjattooniniif hiriyooni kiyya wallit gumaachanii erganiif
galateenfatanii haga amma horii isaan bira gaye kanaan waan hujjatamuu
danda’u hujjatanii kan hafeef rooba akka eggataaran ibsa.
As
irratti immo gaabaasa herregaa horii guyaa kam maalii meeqaan akka bitan
ibsaniiru.
Jallat
immo mana ijaarame san waha likki galchuuf cirracha, simintoof dhakkaa
bituuf meeqatu akka hanqatu naaf ibsaniiru.
Isa hanqate kanalee
fixaan basuuf hojjatoon waarshaa ani keesatt hujjadhuu Kr. 15 000
nakenanii ergeera. Ayaani ummata keenaa isan ha’ebisu!
|